Dambii Bulchiinsa Faayinaansii
Dambii Bulchiinsa Faayinaansii
MAGALATA OROMIYAA
L µ E p ‰ Z Më ¦
MEGELETA OROMIA
Gatiin Tokkoo ............. Qarshii 20.25 To’annoo Caffee Mootummaa Naannoo Lak. S. Poostaa ......... 21383-1000
Oromiyaatiin Kan Bahe
የአ¿«è ”¶ ....................... ብር 20.25 £Þ.Q.e¼Y ...............21383-1000
Unit Price ......................... Birr 20.25 l‰ZMë¦ wN?^© ŒGF”í L¿·Rr
uÚô *aT>Á ºmf}r £’» P.O.Box ....................... 21383-1000
QABIYYEE ማውጫ CONTENT
Dambii Lakk. 207/2011 ደንብ ቁጥር 2)7/፪ሺ01 Regulation No. 207/2019
Dambii Lak. 207 /2011 Dambii Bulchiinsa Regulation No 207/2019 Regulation to
ደንብ ቁጥር 207/2011 የኦሮሚያ ክልላዊ
Faayinaansii Mootummaa Naannoo Oro- R e-amend Oromi a R eg iona l St ate
miyaa Lak. 138/2004 Irraa Deebiidhaan መንግሥት የፋይናንስ አሰተዳደር ደንብ ቁጥር
Financial Administration Regulation
Fooyyessuudhaaf Bahe ....................Fuula 1 138/2004 እንደገና ለማሻሻል የወጣ ደንብ .....ገጽ 1 No 138/2012 ................................Page 1
Dambii Lak. 207 /2011 ደንብ ቁጥር 207/2011 Regulation No 207/2019
Dambii Bulchiinsa Faayinaansii የኦሮሚያ ክልላዊ መንግሥት የፋይናንስ
Regulation to Re-amend Oromia
Mootummaa Naannoo Oromiyaa Regional State Financial Administration
Lak. 138/2004 Irraa Deebiidhaan አሰተዳደር ደንብ ቁጥር 138/2004 እንደገና Regulation No 138/2012
Fooyyessuudhaaf Bahe ለማሻሻል የወጣ ደንብ
WHEREAS, it is found necessary to
Sirna Bulchiinsa Faayinaansii moo- re amend the financial administra-
የመንግስት ፋይናንስ አስተዳደርን የበለጠ
tummaa caalmaatti bu’aa qabeessa go- tion regulation No 138/2012 issued
chuuf Labsii Bulchiinsa Faayinaansii ውጤታማ ለማድረግ የፋይናንስ አስተዳደር for the implementation of the finan-
Lak. 156/2002 fi Labsii kana fooyyes- አዋጅ ቁጥር 156/2002 እና ይህን አዋጅ cial administration proclamation No
suuf bahe Lak. 209/2010 hojiirra ool- 156/2010 and its amendment proc-
ለማሻሻል የወጣ አዋጅ ቁጥር 209/2010 ሥራ
chuuf Dambii Bulchiinsa Faayinaan- lamation No 209/2018 so as to make
sii Lak. 138/2004 irra deebiidhaan ላይ ለማዋል የወጣውን የፋይናንስ አስተዳደር the financial administration system of
fooyyessanii baasuun barbaachisaa ደንብ ቁጥር 138/2004 እንደገና አሻሽሎ the government more efficient;
ta’ee waan argameef; ማውጣት አስፈላጊ ሆኖ በመገኘቱ፤
WHEREAS, it is necessary to make
Gurmaa’insa bulchiinsa faayinaansii the established organization of finan-
diriire si’ataa fi bu’aa qabeessa gochu- የተዘረጋውን የፋይናንስ አስተዳደር ቀልጣፋ እና cial administration be more effective
un itti gaafatamummaa cimsuun bar- ውጤታማ በማድረግ ተጠያቂነትን ማጠናከር
and efficient and thereby ensure ac-
baachisaa waan ta’eef, countability;
አስፈላጊ በመሆኑ፤
Akkaataa Labsii Lak. 213/2011 keew- NOW, THEREFORE, in accordance
wata 71(2) tiin Dambiin kanatti aanu በአዋጅ ቁጥር 213/2011 አንቀጽ 71(2) with article 71 (2) of Proclamation No
bahee jira. 213/2018, the following regulation is
መሠረት የሚከተለው ደንብ ወጥቷል፡፡
hereby issued:
Dambii Lak. 207/2011 Fuula 2 ደንብ ቁጥር 2)7/፪ሺ01 ገጽ 2 Regulation No. 207/2019 page 2
Kutaa Tokko ክፍል አንድ Part One
Tumaalee Waliigalaa ጠቅላላ ድንጋጌዎች General Provisions
1. Mata Duree Gabaabaa 1. Short Title
1. አጭር ርዕስ
Dambiin kun “Dambii Bulchiin- This Regulation may be cit-
sa Faayinaansii Oromiyaa Lak. ይህ ደንብ “የኦሮሚያ የፋይናንስ አስተዳደር
ed as “Oromia Financial Ad-
207/2011” jedhamee waamamuu ደንብ ቁጥር 207/2011” ተብሎ ሊጠቀስ ministration Regulation No
ni danda’a.
ይችላል፡፡ 207/2019.”
2. Hiika
Akkaataan jechichaa hiika biroo 2. ትርጓሜ
2. Definitions
kan kennisiisuuf yoo ta’e malee Unless the context requires
የቃሉ አገባብ ሌላ ትርጉም የሚያሰጠው
Dambii kana keessatti: otherwise, in this regulation:
1) “Biiroo” jechuun Biiroo Maal- ካልሆነ በስተቀር በዚህ ደንብ ውስጥ፡- 1) “Bureau” means Oromia Fi-
laqaa fi Walta’iinsa Diinagdee 1) “ቢሮ” ማለት የኦሮሚያ ገንዘብና ኢኮኖሚ nance and Economic Coopera-
Oromiyaa jechuu dha. ትብብር ቢሮ ማለት ነው፡፡ tion Bureau.
2) “Labsii” jechuun Labsii Bulchi- 2) “Proclamation” Means Oro-
insa Faayinaansii Mootum- 2) “አዋጀ” ማለት የኦሮሚያ ክልላዊ
mia Regional State Financial
maa Naannoo Oromiyaa መንግሰት የፋይናንሰ አሰተደዳር አዋጅ
Administration Proclamation
Lak.156/2002 fi kan Labsii kana ቁጥር 156/2002 እና ይህን አዋጅ No.156/2010 and its amending
fooyyessuuf bahe Labsii Lak.
209/2010 dha. ለማሻሻል የወጣ አዋጅ ቁጥር 209/2010 Proclamation No.209/2018.
3) “Kaffaltii Dursaa” jechuun jijjiir- ነው፡፡ 3) “Advance Payment” means a
raan gatii kan hin taasifamnee fi 3) “ቅድመ ክፍያ” ማለት የዋጋ ልውውጥ
payment for which there is no
fudhataan yeroo murtaa'ee boo- change of value which is to be
ያልተደረገበት እና ተቀባዩ ከተወሰነ ጊዜ
da kaffaltii of irraa buusu yoo accounted for by the recipient
ta’u, waliigalteen osoo hin xumu- በኋላ የሚያወራርደው ክፍያ ሲሆን ውልን at some later time and does not
ramiin dura bu’uura waliigalteen መሠረት በማድረግ በውሉ የተመለከተው include a progress payment
dirqama kaffaltii sadarkaadhaan made on account of but before
ግዴታ ከመጠናቀቁ በፊት በየደረጃው
raawwatamu hin dabalatu. the completion of a contract.
4) “Baasii Kaappitaalaa” jechuun: የሚደረግን ክፍያ አይጨምርም፡፡
4) “Capital Expenditure” means
(a) Daandiiwwan, gamoowwan 4) “የካፒታል ወጪ” ማለት፡-
expenditure made for:
yookiin ijaarsawwan biroo osoo (ሀ) መንገዶችን፣ ሕንፃዎችን ወይም ሌሎች
hin dabaliin lafa qabachuud-
(a) The acquisition, reclamation,
haaf, deebisanii qabachuud- ግንባታዎችን ሳይጨምር መሬትን enhancement or laying out of
haaf, fooyyeessuudhaaf yookiin ለመያዝ፤ መልሶ ለመያዝ ለማሻሻል land excluding roads, buildings
qopheessuudhaaf; ወይም ለማዘጋጀት ወይም ለማሻሻል፤
or other constructions;
(b) Daandiiwwan, gamoowwan (b) The acquisition, construction,
(ለ) መንገዶችን፣ ሕንጻዎችን ወይም ሌሎች
yookiin ijaarsawwan biroo qaba- preparation or enhancement
chuuf, hojjachuuf, qopheessuuf ግንባታዎች ለመያዝ፣ ለመስራት፣ of roads, buildings and other
yookiin fooyyeessuuf; ለማዘጋጀት ወይም ለማሻሻል፤ structures;
(c) Meeshaawwan dhaabbataa so- (c) The acquisition, installation
(ሐ) ተንቀሳቃሽ ወይም የማይንቀሳቀሱ
cho’an yookiin hin sochoone, ta- or replacement of permanent
jaajilawwan, konkolaatawwanii fi መሳሪያዎች፣ መገልገያዎችን፣
movable or immovable mate-
dooniiwwan, xiyyaaraawwanii fi ተሸከርካረዎችን፣ መርከቦችን፣
rials, services, vehicles and ves-
kan kana fakkaatan qabachuuf, አውሮፕላኖችን እና የመሳሰሉትን ለመያዝ
dhaabuuf yookiin bakka buu- sels, aircrafts and other similar
suudhaaf; ለመትከል ወይም ለመተካት፤ goods;
Dambii Lak. 207/2011 Fuula 3 ደንብ ቁጥር 2)7/፪ሺ01 ገጽ 3 Regulation No. 207/2019 page 3
(d) Armaan olitti keewwata xiqqaa (መ) ከዚህ በላይ ንዑስ አንቀጽ 4 ከ (ሀ- (d) The making of advances, grants
4 (a - c) tti kan tarreeffaman ሐ) የተዘረዘሩትን ለመፈፀም ወይም or other financial assistance to
raawwachuudhaaf yookiin baasii any person towards expendi-
የኢንቨስትመንት ስራዎችን ለመያዝ
hojiiwwan investimentii qaba- ture incurred or to be incurred
chuudhaaf taasifame yookiin ta’u ለተደረገ ወይም ለሚሆን ወጪ እንዲውል by him on the matters men-
nama kamiifiyyuu gargaarsa kaf- ለማንኛውም ሰው በቅድመ ክፍያ ዕርዳታ tioned under sub article 4(a-c)
faltii dursaa yookiin deeggarsa or in the acquisition of invest-
ወይም በሌላ ዓይነት የገንዘብ ድጋፍ
maallaqaa gosa biraan kennuu; ments;
(e) Dhaabbilee daldalaa qaamni መስጠት፤
(e) The acquisition of capital of
seerummaa kennameef keessatti (ሠ) የሕግ ሰውነት በተሰጣቸው የንግድ share or loan capital in the
kaappitaala gahee aksiyoonaa
ድርጅቶች ውስጥ የአክሲዮን ድርሻ commercial organizations for
yookiin kaappitaala liqii, abbum-
ካፒታል ወይም የብድር ካፒታል which legal personality is given;
maadhaan qabachuuf;
(f) Costs incurred for study and
(f) Qo’annoo fi qorannoof; በባለቤትነት ለመያዝ፤
(g) Leenjii ijaarsa dandeettiitiif;
research activities;
(ረ) ለጥናትና ምርምር፣ (g) For capacity building training
(h) Tajaajila gorsaa dhimmoota ar-
maan olitti tarreefaman waliin (ሰ) ለአቅም ግንባታ ሥልጠና፤ costs; or
walqabateef baasii taasifamuud- (ሸ) ከዚህ በላይ ከተዘረዘሩት ጉዳዮች ጋር (h) Any consultancy service costs
ha. in connection with the above
በተያያዘ የምክር አገልግሎት የተደረገ
5) “Idaa Dabarsuu” jechuun ittigaa- issues.
ወጪ ነው፡፡ 5) “Debt Assignment” means
fatamummaa nama idaa kaffaluu
yookiin dhaabbata tokkoo irraa 5) “ዕዳን ማስተላለፍ” ማለት ዕዳን የመክፈል transfer of the responsibili-
gara biraatti dabarsuu yoo ta’u, ኃላፊነትን ከአንድ ሰው ወይም ድርጅት ty for repayment of debt from
abbootii idaa yookiin abbootii one person or organization to
ወደ ሌላ ማስተላለፍ ሲሆን በባለዕዳዎች
maallaqaa gidduutti dabarsaa ta- another; and may include the
asifamu dabalachuu ni danda’a. ወይም በባለገንዘቦች መካከል የሚደረግ transfer from one debtor to an-
6) “Gatii Meeshaa fi Tajaajilaa” ማስተላለፍን ሊጨምር ይችላል፡፡ other or from one creditor to
jechuun meeshaa dhiyeessuuf, another.
6) “የዕቃና አገልግሎት ዋጋ” ማለት
tajaajila argachuu fi meeshaaw- 6) “Fees and Charges” means a
wanitti fayyadamuudhaaf, ተጠቃሚዎች ለዕቃ አቅርቦት፣
payment made by users to gov-
fayyadamtotni manneen hojii አገልግሎት ለማግኘት እና በዕቃዎች ernment offices for the supply
mootummaatiif kaffaltii taasisan ለመጠቀም ለመንግስት መሥሪያ ቤቶች of goods, receiving services and
yoo ta’u, kaffaltii adabbii hin da- utilization of materials; and
የሚያደርጉት ክፍያ ሲሆን የመቀጮ
balatu. does not include fines.
7) “Diinagdee Maakiroo fi Ham- ክፍያን አይጨምርም፤
7) “Macro-Economic and Fiscal
mata Fiizikaalaa” jechuun qa- “የማክሮ-ኢኮኖሚና ፊስካል ማዕቀፍ”
7) Framework” means annually
beenyi mootummaa karoora
ማለት የመንግስት ሀብት በመካከለኛ adjustable projection of pub-
yeroo giddugaleessaatiin akka
gaggeeffamuu fi baajatni waggaa ዘመን እቅድ እንዲመራና የሚመደበውም lic revenue and expenditure of
ramaadamus diinagdee maa- three years based on macro-eco-
ዓመታዊ በጀት የተረጋጋ የማክሮ-
kiroo tasgabbaa’e raawwachuud- nomic assumptions which pro-
ኢኮኖሚን ከማስፈፀም ዓላማ ጋር vides the basis of budget ceiling
haaf waliin kan walsime gochuuf
ka’umsaa baaxii baajataa murtaa’e የተጣጣመ እንዲሆን ለማድረግ የሚወሰን to be fixed in order to facilitate
kan ta’e yaada diinagdee maa- የበጀት ጣሪያ መነሻ የሆነ በማክሮ ኢኮኖሚ the management of public re-
kiroo irratti kan hunda’ee waggaa source within the framework of
ታሳቢዎች ላይ የተመሰረተና በየዓመቱ
waggaan kan siraa’u tilmaama mid- term plan and make sure
galii fi baasii mootummaa wag- የሚስተካከል የ 3 ዓመት የመንግስት that annual appropriation is
gaa 3 yoo ta’u, kanneen armaan ገቢና ወጪ ግምት ሲሆን የሚከተሉትን geared towards ensuring mac-
gadii ni dabalata: ይጨምራል፡- ro-economic stability and in-
cludes the following:
Dambii Lak. 207/2011 Fuula 4 ደንብ ቁጥር 2)7/፪ሺ01 ገጽ 4 Regulation No. 207/2019 page 4
(a) Galii mootummaa bu’uura kaf- (ሀ) ፀንቶ ባለው የግብር ማስከፈያ ምጣኔ (a) Government’s tax revenue fore-
faltii taarifa gibiraa mirkan- casts at existing rate of taxation;
መሰረት ይሰበሰባል ተብሎ የታሰበውን
naa’een walitti qabama jedhamee (b) Forecasts from non-tax reve-
yaadamu; የመንግስት ታክስ ገቢ፤
nues, from profits of public en-
(b) Galiiwwan mootummaa taaksii (ለ) ታክስ ካልሆኑ የመንግስት ገቢዎች፣ terprises and charges collected
hin taane irraa, bu’aa dhaabbilee ከመንግስት የልማት ሥራ ድርጅቶች from different users;
hojii misooma mootummaa irraa (c) Estimation of additional tax
ከሚገኝ ትርፍ፣ ከተለያዩ ተጠቃሚዎች
fi kaffaltiiwwan tajaajilamtoota revenues which may be mo-
adda addaa irraa galii walitti qa- ክፍያዎች ይሰበሰባል ተብሎ የሚታሰብ
bilized by levying higher tax
bama jedhamee yaadamu; ገቢ፣ rates, by establishing a differ-
(c) Taarifa gibiraa olaanaa buusuud-
(ሐ) ከፍ ያለ የግብር ምጣኔ በመጣል ልዩ ent tax system or by reforming
haan, sirna gibiraa adda ta’e di-
tax collecting or management
riirsuudhaan yookiin fooyya’iin- የግብር ሥርዓት በመዘርጋት ወይም
administrative structure in tax
sa caasaa bulchiinsa qaama በግብር ሰብሳቢ ተቋም የአስተዳደር
gibira walitti qabuu yookiin bul- collection;
chu taasisuudhaan, dabalataan
መዋቅር ማሻሻያ ከማድረግ በተጨማሪ (d) Estimation of additional in-
tilmaama galii walitti qabamuu ሊሰበሰብ የሚችለው የገቢ ግምት፣ come resulting from changes in
danda’u; (መ) በመንግስት የልማት ድርጅቶች የፖሊሲ
the policy framework of public
(d) Galii dabalataa sababa imaam- enterprises, from changes in
ማዕቀፍ ምክንያት፣ በመንግስት
mata dhaabbilee misoomaa pricing policy of the economic
mootummaatiin, imaammata ክፍለ ኢኮኖሚ የዋጋ ግምት ፖሊሲ፣ sector of the government and
gatii tilmaama damee diinagdee በማህበራዊ አገልግሎቶች ክፍያዎች ላይ from the changes made on fees
mootummaatiin, kaffaltiiwwan ለውጥ በመደረጉ ምክንያት ይገኛል ተብሎ
of social services;
tajaajiloota hawaasummaa irratti (e) Estimates of income to be ob-
የሚታሰበውን ተጨማሪ ገቢ፣
sababa jijjiirraan taasifameetiin tained from domestic and for-
galiin dabalataa ni argama jed- (ሠ) ከአገር ውስጥ እና ከውጭ አገር ምንጮች eign sources in loan and grants;
hamee yaadamu; በብድር እና በእርዳታ ይገኛል ተበሎ (f) Projections of recurrent and
(e) Galii maddawwan biyya keessaa fi capital expenditures;
የሚታሰብ ገቢ፤
biyya alaa irraa liqii fi gargaarsaan (g) Estimate of expenditure of bud-
ni argama jedhamee yaadamu; (ረ) የመደበኛ እና የካፒታል ወጪ ግምት፣
getary subsidy made available
(f) Tilmaama baasii marmaartuu fi (ሰ) ለክልል፣ ለወረዳዎችና የከተማ to regional states, district and
kaappitaalaa; cities;
መስተዳድሮች የሚደረገው የበጀት ድጋፍ
(g) Tilmaama deeggarsa baasii baa- (h) Projection of budget deficit and
jata naannoo, aanaalee fi bulchi- ወጪ ግምት፣
deficit financing of the regional
insa magaalotaa; (ሸ) የክልል መንግስት የበጀት ጉድለት እና
government;
(h) Hir’ina baajata mootummaa የበጀት ጉድለት አሸፋፈን ግምት፣ (i) Estimation of the budgetary
naannoo fi tilmaama hir’ina baa-
(ቀ) ከፌደራል መንግስት ይገኛል ተብሎ subsidy from the Federal Gov-
jataa uwwisuu;
(i) Deeggarsa baajataa mootummaa የታሰበ የበጀት ድጋፍ፡፡
ernment.
federaalaa irraa argama jedha- 8) “Negotiable Security” means a
8) “የሚተላለፍ የገንዘብ ሰነድ” ማለት በፊርማ
mee yaadame. financial instrument which is
8) “Sanada Maallaqaa Dabarfamu”
ወይም ያለፊርማ ከአንድ ሰው ወደ ሌላ transferable from one person to
jechuun mallattoon yookiin በመተላለፉ ምክንያት ለተላለፈለት ሰው another by being delivered with
maallattoo malee nama tokko የባለቤትነት መብት የሚያስገኝ የገንዘብ
or without endorsement so that
irraa gara biraatti sababa dar- the financial ownership title
ሰነድ ነው፡፡
been nama darbeef saniif mirga passes to the transferee;
abbummaa maallaqa sanada ar-
gamsiisuudha.
Dambii Lak. 207/2011 Fuula 5 ደንብ ቁጥር 2)7/፪ሺ01 ገጽ 5 Regulation No. 207/2019 page 5
9) “Qabsiisa Waabii” jechuun: 9) “የዋስትና መያዣ” ማለት፡- 9) “Security Deposit” means:
(a) Sanada hawaalaa ta’ee, (ሀ) የሀዋላ ሰነድ ሆኖ፡- (a) a bill of exchange:
i. Biirichaaf kan kaffalamuu fi (i) that is payable to the Bureau
I. ለቢሮው የሚከፈል እና
ii. Dhaabbata maallaqaa beekka- and
maan kan mirkanaa’e yooki- II. በታወቀ የገንዘብ ተቋም የተረጋገጠ ወይም (ii) which is approved by a recog-
in maqaa dhaabbata maallaqa በታወቀ የገንዘብ ተቋም ስም የወጣ፣ nized financial institution or
beekkamaan kan bahe, drawn on behalf of recognized
(ለ) በመንግስት ዋስትና የተሰጠበት ቦንድ
(b) Wabummaa mootummaa boon-
financial institution.
dii kennamee, yookiin ወይም
(b) A government guaranteed
(c) Mana hojii mootummaan fud- (ሐ) በመንግስት መሥሪያ ቤት ተቀባይነት bond; or
hatama qabaachuu kan danda’uu
ሊኖረው የሚችል እና በቢሮው የፀደቀ (c) Other similar security that may
fi Biirichaan kan mirkanaa’e
wabummaa walfakkaatu kan bi- ሌላ ተመሳሳይ ዋስትና ነው፡፡ be acceptable by the govern-
roodha. ment office and approved by
10) “መዝገብ” ማለት በሰነድ ወይም
10) “Galmee” jechuun sanadaan the bureau.
በኤሌክሮኒክስ ዘዴ አማካኝነት የሚያዝ 10) “Record” means any evidence
yookiin elektrooniksiin ragaa qa-
batamuudha. መረጃ ነው፡፡ to be kept in form of document
11) “Kutaa Hojii Odiitii Keessaa” 11) “የውስጥ ኦዲት የሥራ ክፍል” ማለት or electronically.
jechuun itti gaafatamaa odiitii 11) “Internal Audit Department”
በመንግሰት መስሪያ ቤት መዋቅር ውስጥ
fi ogeeyyii odiitii manneen ho- means the audit head and pro-
የውስጥ ኦዲት ሥራዎችን ለማከናወን fessionals of internal audits or-
jii mootummaa keessaatti hojii
odiitii raawwachuuf gurmaa’an የተደራጀ የኦዲት ኃላፊና የኦዲት ganized in government offices
jechuudha. ባለሙያዎች ማለት ነው፡፡ to perform auditing activities.
12) “Itti Waamama Bulchiinsaa” 12) “Administrative Accountabil-
12) “አስተዳደራዊ ተጠሪነት” ማለት
jechuun bulchiinsa qabeenya ity” means human resource
namaa kutaa hojii odiitii kees- የመንግስት መስሪያ ቤቶች የውስጥ ኦዲት administration of internal au-
saa manneen hojii mootummaa የስራ ክፍል በሰው ሃብት አሰተዳደርና dit department in the regional
naannoo yookiin tajaajila waliinii government offices or the com-
ልማት ረገድ ለመስሪያ ቤቱ የሚኖረው
waajjira maallaqaa fi walta’iinsa mon services of finance and
diinagdee sadarkaa sadarkaan ji- ተጠሪነት ነው፡፡
economic cooperation offices
raanii jechuudha. 13) “የሰው ሃብት አሰተዳደር” ማለት የውስጥ at the hierarchical level.
13) “Bulchiinsa Qabeenya Namaa” ኦዲት የሥራ ክፍል አደረጃጀትና 13) “Human Resource Adminis-
jechuun hojiiwwan gurmaa’insaa
የሠራተኞች የምደባ፣ የቅጥር፣ የደረጃ tration” means the organiza-
fi rammaddii hojii kutaa odiitii
tion and assignment activities
keessaa qacarrii, guddina sadark- ዕድገት፣የዝውውር፣ የሥራ አፈጻጸም
of internal audit department
aa, jijjiirraa, madaallii raawwii ምዘና፣ የሰራ መልቀቂያ፣ የስልጠና፣
hojii, hojii gadi lakkisuu, leenjii, including employment, pro-
wabii hawaasummaa, tarkaanfii-
የማኀበራዊ ዋሰትና ሥነ ሥርዓት motion, transfer, performance
wwan naamusaa fi dhimma bi- ዕርምጃዎችና የመሳሰሉትን ተግባረት evaluation, resignation, train-
roo kan hammateedha. ing, social security, disciplinary
የሚያካትት ነው፡፡
14) “Muudamaa” jechuun mana ho- measures and other issues.
14) “ተሿሚ” ማለት የመንግስት መሥሪያ 14) “Appointee” means higher head
jii mootummaa yookiin dhaab-
bata akka hoogganu kallaattiin ቤትን ወይም ተቋምን እንዲመራ appointed by Oromia Region-
Pirezidantii Mootummaa Naan- በኦሮሚያ ክልላዊ መንግሰት ፕሬዝዳንት al State President or by the
noo Oromiyaatiin yookiin Caf- Caffee Oromia or by any other
ወይም በጨፌ ኦሮሚያ ወይም ሹመት
fee Oromiyaatiin yookiin qaama body authorized to appoint to
muudama kennuf aangoo qabu- ለመስጠት ሥልጣን ባለው አካል የተሾመ manage a government office or
un muudame hoogganaa olaanaa የመስሪያ ቤት ከፍተኛ አመራር ማለት an organization.
mana hojii jechuudha. ነው፡፡
Dambii Lak. 207/2011 Fuula 6 ደንብ ቁጥር 2)7/፪ሺ01 ገጽ 6 Regulation No. 207/2019 page 6
15) “Mana Maree Bulchiinsaa” 15) “የመስተዳደር ምክር ቤት” ማለት 15) “Administrative Council”
jechuun Mana Maree Bulchiin- የኦሮሚያ ክልላዊ መንግስት መስተዳድር means Oromia Regional State
saa Mootummaa Naannoo Oro- Administrative Council.
ምክር ቤት ማለት ነው፡፡
miyaa jechuudha. 16) “Assigned person” means a per-
16) “Nama Ramadame” jechuun 16) “የተመደበ ሰው“በመንግስት መሥሪያ
son assigned by the head of the
mana hojii mootummaa keessaa- ቤት ውስጥ የፋይናንስ አስተዳደር የስራ government office to manage
ti adeemsa bulchiinsa faayinaan- ሂደት እንዲመራ በመስሪያ ቤቱ ሐላፊ financial administration de-
sii akka gaggeessu hooggana partment.
የተመደበ ሰው ማለት ነው፡፡
mana hojiichatiin kan ramadame 17) “Finance Administration Pro-
jechuudha. 17) “የፈይናንሰ አሰተዳደር የሥራ ሂደት”
cess” means budget, plan, fi-
17) “Adeemsa Bulchiinsa Faayinaan- ማለት የበጀት፣ የዕቅድ፣የሂሣብ ክፍያ፣
nancial payments, procure-
sii” jechuun baajata, karoora, የግዢ የንብረት አሰተዳደርና የውስጥ
ment, property administration
kaffaltii herregaa, bittaa, bulchi-
insa qabeenyaa fi adeemsa odiitii
ኦዲት የሥራ ክፍሎች ማለት ነው፡፡ and internal audit processes.
keessaa jechuudha. 18) “አሰተዳደራዊ ጥፋት” ማለት በመንግስት 18) “Administrative Fault” means
18) “Balleessaa Bulchiinsaa” jechu- የፋይናንስ አሰተዳደር ህጎች መሠረት failing to submit the plan or
un bu’uura seeraa bulchiinsa የበጀት፣ የጥሬ ገንዘብ፣ የሂሳብ፣ የኦዲት
report of budget, cash money,
faayinaansiitiin karoora yookiin audit and financial report on
ዕቅዶችን እና ሪፖርቶችን በወቅቱ
gabaasa baajata, maallaqa callaa, time or failing to make neces-
አለማቅረብ እና በኦዲት ግኝቶት ላይ sary correction on the findings
odiitii fi herrega yeeroosaatiin
dhiyeessuu dhabuu yookiin ar- ማሰተካከያዎች አለማድረግ ማለት ነው፡፡ of audit investigation in accor-
gannoo odiitii irratti sirreeffama 19) “አሰተዳደራዊ እርምጃ” ማለት dance with financial manage-
taasiisuu dhabuu jechuudha. የባጀት፣የጥሬ ገንዘብ፣የኦዲትና ment laws.
19) “Tarkaanfii Bulchiinsaa” jechu- 19) “Administrative measure”
የሂሳብ ዕቅዶችና ሪፖርቶች በወቅቱ
un karooraa fi gabaasa baajata, means measures taken on the
maallaqa callaa, odiitii fi her- ባለማቅረባቸውና በኦዲት ግኝቶች
appointed or assigned persons
rega, yeeroodhaan dhiyaa- ላይ ማሰተካከያዎች ባለማድረጋቸው for they fail to submit the bud-
chuu dhabuu yookiin argannoo በተሿሚዎችና በተመደቡ ሰዎች ላይ get, cash money, audit and fi-
odiitii irratti sirreeffama go- nancial plan and report on time
የሚወሰድ እርምጃ ነው፡፡
chuu dhabuu isaanitiin namoo- or for they fail to make neces-
ta muudaman yookiin ramada- sary correction on the findings
man irratti tarkaanfii fudhatamu 3. የጾታ አገላለፅ
of audit investigation.
jechuudha. በዚህ ደንብ ውሰጥ በወንድ ፆታ የተገለጸው
የሴት ፆታንም ይጨምራል፡፡ 3. Gender Reference
3. Ibsa Koorniyaa
Any term in this regulation set
Dambii kana keessatti jechi
ክፍል ሁለት out in masculine gender shall
koorniyaa dhiiraatiin ibsame kan
dubartiis ni dabalata.
also apply to feminine gender.
በጀት
4. መርሆዎች
Kutaa Lama Part Two
Baajata
1) የመንግስት በጀት በእቅድ ላይ የተመሰረተ Budget
4. Qajeeltoowwan መሆን አለበት፤ 4. Principles
1) Baajatni mootummaa karoora ir- 2) የመንግስት በጀት የማክሮኢ ኮኖሚና 1) Budget of the government shall
ratti kan hundaa’e ta’uu qaba. ፊስካል ማዕቀፍን መሠረት በማድረግ
be based on plan;
2) Baajatni mootummaa diinagdee 2) Budget of the government
መዘጋጀት አለበት፤
maakiroo fi hammata fiizikaalaa shall be prepared on the basis
3) የልማት ዕቅድ በመንግስት መሥሪያ of macro-economic and fiscal
bu’uura godhaachuun qophaa’uu
qaba. ቤቶች የበላይ ኃላፊዎች መዘጋጀት framework;
3) Karoorri misooma ittigaafata- ይኖርበታል፤ 3) Development plan shall be pre-
mtoota olaanoo manneen hojii pared by the higher heads of
mootummaan qophaa’uu qaba. government offices;
Dambii Lak. 207/2011 Fuula 7 ደንብ ቁጥር 2)7/፪ሺ01 ገጽ 7 Regulation No. 207/2019 page 7
4) Tilmaamni baajata galii fi baasii 4) የገቢ እና የወጪ በጀት ግምት 4) Budget estimates of revenues and
qophaa’u baajata bara itti aanuuf የሚዘጋጀው ለሚቀጥለው የበጀት ዓመት expenditures shall be prepared
ta’uu qaba. for the upcoming fiscal year;
መሆን አለበት፤
5) Baasiin kappitaalaa kamiyyuu 5) No capital expenditure shall
diinagdee maakiroo fi hammata 5) ማንኛውም የካፒታል ወጪ በማክሮ-
exceed the ceiling set in respect
fiizikaalaa keessatti baaxii da- ኢኮኖሚና በፊስካል ማዕቀፍ ውስጥ of each economic sector in the
meelee diinagdeetiif ramadaa- ለኢኮኖሚ ዘርፎች ከተመደበው ጣሪያ macro-economic and fiscal
mee ol ta’u hin danda’u. framework;
በላይ ሊሆን አይችልም፤
6) Baajata kaappitaalaa keessatti
6) በካፒታል በጀት ውስጥ ለኢኮኖሚው 6) The priorities established in
dursi dameelee diinagdeef ken-
the macro-economic and fiscal
namu kan murtaa’u diinagdee ዘርፎች የሚሰጠው ቅድሚያ የሚወሰነው
framework shall determine the
maakiroo fi hammata fiizikaalaa በማክሮ-ኢኮኖሚ እና በፊስካል ማዕቀፍ
priorities to be given for sectors
keessatti dursa ibsame bu’uureef- የተመለከተን ቀደምትነት መሠረት
fachuun ta’a. in the capital budget;
7) Manni hojii mootummaa galii በማደረግ ይሆናል፡፡ 7) Where a government office is
keessaatti akka fayyadamu 7) የመንግስት መስሪያ ቤት በውሰጥ ገቢው permitted to retain and expend
hayyamameef yoo jiraate, መጠቀም እንዲችል ተፈቅዶለት ከሆነ
its revenues, such revenues shall
baajata galii fi baasii waliigala be included in both its revenue
ለመስሪያ ቤቱ በተፈቀደው ጠቅላላ የገቢ
waajjirichaaf hayyamame kees- and expenditure appropriation
እና ወጪ በጀት ድምር ውስጥ መደመር totals permitted to it; however,
satti ida’amuu qaba; ta’us garuu
herrega qulqulluu agarsiisuun ይኖርበታል፣ ሆኖም ግን የተጣራ ሂሣብን it is not permitted to show the
hin hayyamamu. ማሳየት አይፈቀድም፡፡ net finance.
15. Ajaja Baasii Maallaqa Mootummaa 15. Payment Vouchers of Public Finance
Ajajni baasii seeraa qabeessa 15. የመንግስት ገንዘብ ወጪ ማዘዣ No payment of public finance
ta’e osoo hin guutamiin kaffaltii shall be made unless it is ade-
ተገቢው ማዘዣ ሳይሞላ ማናቸውም
maallaqa mootummaa kamiyyuu quately vouched; and the
raawwachuu yookiin baasii ta’uu የመንግስት ገንዘብ ክፍያ ሊፈፅም ወይም
government offices shall com-
hin danda’u. Kanaafuu, manneen ወጪ ሊደረግ አይችልም፡፡ ስለሆነም plete payment vouchers for all
hojii mootummaa baasii hunda payments in accordance with
የመንግስት መሥሪያ ቤቶች ሊያደርጉት
raawwataniif bu’uura qajeelfama the directives to be issued by
Biiroon baasuun ajaja guutuu ወጪ ሁሉ ከቢሮ በሚወጣው መመሪያ
the Bureau.
qabu. መሠረት ማዘዣ መሙላት አለባቸው፡፡
Part Six
Kutaa Jaha
ክፍል ስድስት Advances
Kaffaltiiwwan Dursaa
34. Hojjattoota Bittaaf Kaffaltiiw- የቅድሚያ ክፍያዎች 34. Advances for Purchasers
wan Dursaan Kennaman 34. ለግዢ ሠራተኞች ስለሚሰጡ የቅድሚያ
1) Where found necessary to
1) Bittaa raawwachuun barbaa- make purchases, cash advances
ክፍያዎች
chisaa ta’e yoo argamu hojjattoo- may be made to the workers of
ta mana hojii mootummaatiif 1) ግዢ መፈፀም አስፈላጊ ሆኖ ሲገኝ the government offices;
kaffaltiin dursaa maallaqa cal- ለመንግስት መሥሪያ ቤት ሠራተኞች 2) Advances provided under sub
laadhaan kennamuu ni danda’a. የጥሬ ገንዘብ የቅድሚያ ክፍያ ሊደረግ article 1 of this article shall be
2) Kaffaltii dursaa keewwata kana settled within seven working
ይችላል፤
keewwata xiqqaa 1 jalatti ibsame days after payment is received
itti gaafatamaan olaanaa mana 2) ሠራተኛው በዚህ አንቀጽ ንዑስ አንቀጽ
unless authorized by the head
hojichaa yoo hayyame malee 1 ሥር የተገለጸውን የቅድሚያ ክፍያ of the Bureau;
guyyaa kaffaltichi kenname irraa
eegalee guyyaa hojii torba kees-
የመስሪያ ቤቱ የበላይ ኃላፊ ካልፈቀደ 3) The maximum amount of such
satti hojjataan of irraa buusuu በስተቀር ክፍያው በተሰጠው በሰባት advances shall be determined
qaba. የሥራ ቀናት ውስጥ ማወራረድ አለበት፤
by the head of the government
3) Ittigaafatamaan olaanaa mana office or by a person authorized
3) የመንግሰት መስሪያ ቤት የበላይ ኃላፊ
hojii mootummaa yookiin in writing by the head of the
hojjataan ittigaafatamtichi bar- ወይም ኃላፊው በጽሑፍ የወከለው same office;
reeffamaan bakka buuse hanga ሠራተኛ የቅድሚያ ክፍያውን ከፍተኛ 4) The criteria to be fulfilled for
kaffaltii dursaa olaanaa ni mur- መጠን ይወሰናል፤ determining the amount of
teessa. such advances shall be deter-
4) Hanga kaffaltii dursaa olaanaa 4) የቅድሚያ ክፍያውን ከፍተኛ መጠን
mined by the directive to be is-
murteessuudhaaf haalawwan ለመወሰን መሟላት ያለባቸው ሁኔታዎች
sued by the Bureau.
guutamuu qaban irratti qajeelfa- ቢሮው በሚያወጣው መመሪያ የሚወሰን
ma Biiroon baasuun kan mur-
taa’u ta’a. ይሆናል፡፡ 35. Advances of Per Diem and
Travel Allowances
35. Kaffaltii Dursaa Durgoo Oolmaa 35. ለውሎ አበልና ለመጓጓዣ ስለሚደረግ
1) No per diem shall be paid
fi Geejjibaaf Taasifamu for more than 3 consecutive
የቅድሚያ ክፍያ
1) Bara baajataa tokkoo keessa months within a fiscal year;
walitti aansuudhaan ji’oota sadii 1) በአንድ የበጀት ዓመት ውስጥ በተከታታይ 2) Notwithstanding to sub-ar-
ol kaffaltii durgoo oolmaa raaw- ከሦስት ወር በላይ የውሎ አበል ክፍያ ticle 1 of this article, the head
wachuun hin danda’amu. of the bureau may authorize
መፈፀም አይቻልም፤
2) Keewwata kana keewwata xiqqaa payment of per diem beyond
1 jalatti kan tumame jiraat- 2) በዚህ አንቀጽ ንዑስ አንቀጽ ስር
the time limit stated where it is
uuyyuu ittigaafatamaa olaanaa የተደነገገው ቢኖርም ከመንግስት መሥሪያ
satisfied that the application for
mana hojii mootummaa irraa ቤት የበላይ ኃላፊ የቀረበው ጥያቄ በበቂ
gaaffiin dhiyaate sababa gahaan the extension of the time limit
deeggaramuu isaa Hoogganaan ምክንያት የተደገፈ ነው ብሎ ሲያምን submitted by the head of the
Biiroo yoo itti amane durgoon የቢሮው ሐላፊ የውሎ አበል ከሦስት ወር government office is justifiable;
oolmaa ji’oota sadii olitti akka በላይ እንዲከፈል ሊፈቅድ ይችላል፤
kaffalamu hayyamuu ni danda’a.
Dambii Lak. 207/2011 Fuula 20 ደንብ ቁጥር 2)7/፪ሺ01 ገጽ @ Regulation No. 207/2019 page 20
3) Kaffaltiin dursaa durgoo oolmaa 3) የውሎ አበልና የመጓጓዣ አበል የቅድሚያ 3) Advances of per diem and trav-
fi geejjibaa bu’uura qajeelfama ክፍያ አፈፃፀም ቢሮው በሚያወጣው el allowances shall be made in
Biiroon baasuun ni raawwatama. መመሪያ መሠረት ይፈፀማል፡፡ accordance with the directive
to be issued by the Bureau.
36. Daangaa Kaffaltii Dursaa
Hojjataan mootummaa herrega 36 የቅድሚያ ክፍያ ገደብ
kaffaltii dursaan kennameef hanga የቅድሚያ ክፍያ የተሰጠው የመንግስት 36. Restriction on Advances
of irraa buusuutti kaffaltiin dursaa ሠራተኛ የሚፈለግበትን የቅድሚያ ክፍያ No advance of any kind shall be
gosa kamiyyuu hin kennamuuf. ሂሳብ እስካላወራረደ ድረስ ምንም ዓይነት issued to a worker of govern-
የቅድሚያ ክፍያ አይሰጠውም፡፡
37. Kaffaltiiwwan Dursaa Deebisiisuu ment office unless he returned
1) Hojjataan mana hojii mootum- pre- advances.
37 የቅድሚያ ክፍያዎችን ስለማስመለስ
maa kamiyyuu kaffaltii dursaa
bu’uura dambii kanaatiin ken- 1) የንኛውም መንግስት መሥሪያ ቤት
nameef guutuummaatti yooki- ሠራተኛ በዚህ ደንብ መሠረት የተሰጠውን 37. Recovery of Outstanding Advances
in gartokkee osoo hin kaffaliin የቅድሚያ ክፍያ በሙሉ ወይም በከፊል 1) Where any worker of a gov-
yookiin osoo of irraa hin buu- ሳይከፍል ወይም ሳያወራርድ ቢቀር ernment office fails to repay an
siin yoo hafe, herregni kaffaltii
dursaa hin kaffalamiin durgoo
ያልተከፈለው የቅድሚያ ክፍያ ሂሳብ advance fully or in part made
ቢቀር ያልተከፈለ የቅድሚያ ክፍያ ሂሳብ to him in accordance with this
sooramaan alatti maallaqa moo-
tummaan hojjataaf kaffalu ka- ከጡረታ አበል በስተቀር መንግስት
regulation, the unpaid amount
miyyuu irraa hir’achuu yookiin ለሠራተኛው ከሚከፍለው ማንኛውም
of the advance may be recov-
bakka bu’uu ni danda’a. ገንዘብ ላይ ሊቀነስ ወይም ሊተካ ይችላል፤
2) Hojjataan mana hojii mootum- 2) ማንኛውም የመንግስት መሥሪያ ቤት
ered from any sum of money
maa kamiyyuu kaffaltii dursaa ሠራተኛ በዚህ ደንብ መሠረት የተሰጠውን payable to him by the govern-
bu’uura dambii kanaatiin ken- የቅድሚያ ክፍያ በሙሉ ወይም በከፊል ment except allowance pension;
nameef guutuummaatti yooki-
in gartokkee osoo hin buusiin ሳያወራርድ ወይም ሳይመልስ ከሞተ 2) Where the worker of government
yookiin osoo hin deebisiin yoo ያልተመለሰውን የቅድሚያ ክፍያ ሂሳብ office under this regulation re-
du’e, durgoo sooramaa fi hojjata- ከጡረታ አበል እና በመንግስት ሠራተኞች
mains outstanding or unaccount-
an yeroo du’u maallaqa maatii አዋጅ በተደነገገው መሠረት የመንግስት
isaatiif kaffalamu irraa kan hafe ed for at the time of his death, the
ሰራተኛ በሚሞትበት ጊዜ ለቤተሰቡ
mootummaan dhaaltota hojja- ከሚከፈለው ገንዘብ በስተቀር መንግስት
outstanding amount shall be re-
tichaatiif kaffalu kamiyyuu iraa covered or replaced from pension
ለሠራተኛው ወራሾች ከሚከፍለው
hir’achuu yookiin bakka bu’uu
ni danda’a. ማንኛውም ገንዘብ ላይ ሊቀንስ ወይም payment or any some of money
3) Manni hojii mootummaa kami- ሊተካ ይችላል፤ payable by the government to the
yyuu kaffaltii dursaa hin kaffalami- 3) ማንኛውም የመንግስት መሥሪያ ቤት heirs of the worker;
in irratti tarkaanfii barbaachisaa ባልተከፈሉ የቅድሚያ ክፍያዎች ላይ 3) Any government office shall
fudhachuudhaan dhuma ji’a ji’aan አስፈላጊውን እርምጃ በመውሰድ በእያንዳንዱ
kaffaltii dursaa hin kaffalamiin take measure to clear overdue
በየወሩ መጨረሻ ያልተከፈሉ የቅድሚያ
hunda qulqulleessuu qaba. advance on all unpaid advances
ክፍያዎችን ሁሉ ማጣራት አለበት፤
4) Manni hojii mootummaa and review at the end of every
hojjataa kamiyyuu fedhii isaati- 4) የመንግሰት መሥሪያ ቤት በራሱ ፍቃድ
in hojii dhiise yookiin soorama ሥራውን የሚለቅ ወይም ጡረታ የሚወጣ six- month;
bahe kaffaltii mindaa yeroo dhu- ማንኛውም ሰራተኛ የመጨረሻው ጊዜ 4) Any government office shall en-
maa osoo hin kaffalamiin dura የደመወዝ ክፍያ ከመከፈሉ በፊት sure that the worker who resign
kaffaltiin dursaa fudhate dee- የወሰደው የቅድሚያ ክፍያ መመለሱን
bi’uu isaa mirkaneessuu qaba. or retire has returned back the
ማረጋገጥ አለበት፤
advance he has taken before he
receives his last payment of salary;
Dambii Lak. 207/2011 Fuula 21 ደንብ ቁጥር 2)7/፪ሺ01 ገጽ @1 Regulation No. 207/2019 page 21
5) Manni hojii mootummaa kami- 5) ማንኛውም የመንግስት መሥሪያ ቤት 5) Any government office shall
yyuu barri baajataa dhumee ji’a የበጀት ዓመቱ አልቆ ቀጥሎ ባለው ወር prepare a list of all outstanding
itti aanu tarreeffama ibsa kaf- advances in the month follow-
የተሟላ ያልተከፈለ የቅድሚያ ክፍያ
faltii dursaa hin kaffalamiinii ni ing the end of each fiscal year;
qopheessa. ዝርዝር መግለጫ ያዘጋጃል፤
6) The list provided under sub ar-
6) Tarreeffamnni keewwata kana 6) በዚህ አንቀጽ ንዑስ አንቀጽ 5 ስር ticle 5 of this article shall con-
keewwata xiqqaa 5 jalatti ibsame የተገለጸው ዝርዝር ሊመለሱ የማይችሉ tain all outstanding advances
kaffaltiiwwan dursaa deebi’uu which are considered to be ir-
ያልተከፈሉ የቅድሚያ ክፍያዎችን
hin dandeenye addaan baasuud- recoverable and supported by
haan sababa deebi’uu hin dan- በመለየት ሊመለሱ ያልቻሉበት ምክንያት
a reason for not recovered; and
deenyee kan agarsiisu ibsa qa- ከሚያሣይ መግለጫ ሊኖረው የሚገባ
its copy shall be forwarded to
baachuun kan irra jiru yoo ta’u, ሲሆን ቅጂው የበጀት ዓመቱ ባለቀ
the Bureau within two months
barrii baajataa dhumee ji’a lama በሁለት ወራት ውስጥ ለቢሮው መላክ of the end of each fiscal year.
keessatti garagalchi isaa Biiroof
አለበት፡፡
ergamuu qaba.
38. Books of Accounts
38. Galmeewwan 38 መዛግብት
Any government office shall
Tokkoon tokkoon mana hojii maintain appropriate and com-
እያንዳንዱ የመንግስት መሥሪያ ቤት
mootummaa herrega kaffaltii plete books of accounts regard-
የቅድሚያ ክፍያ ሂሳቡን በሚመለከት ing advances
dursaa ilaalchisee galmee herre-
gaa qulqulluu fi guutuu ta’e qa- ጥራት ያለውና የተሟላ የሂሳብ መዝገብ
baachuu qaba. ሊኖረው ይገባል፡፡ 39. Reporting
Any government office shall re-
39. Gabaasa Dhiyeessuu port any outstanding advances
39. ሪፖርት ስለማቅረብ
Manni hojii mootummaa kami- at the end of each fiscal year to-
yyuu bu’uura qajeelfama Biiroon ማንኛውም የመንግስት መሥሪያ ቤት
gether with the financial report
baasuun dhuma tokkoo tokkoo ቢሮው በሚያወጣው መመሪያ መሠረት for the just completed fiscal year
bara baajata irratti gabaasa kaf- በእያንዳንዱ የበጀት ዓመት መጨረሻ ላይ in accordance with the directive
faltii dursaa hin kaffalamiin ka- ያልተከፈሉ ማንኛውም የቅድሚያ ክፍያ to be issued by the Bureau.
miyyuu gabaasa herrega bara
ከተጠናቀቀው በጀት ዓመት ሪፖርት ጋር
baajata xumuramee waliin dhiy- Part Seven
eessuu qaba. ማቅረብ አለበት፡፡
Write-offs of Receivables Obliga-
tions and Claims
Kutaa Torba ክፍል ሰባት 40. Power to Write-Off From Re-
Herregawwan Walitti Qabaman,
ተሰብሳቢ ሂሳቦችን፤ግዴታዎችንና የይገባኛል cords
Dirqamawwanii fi Gaaffiiwwan
ጥያቄዎችን ከመዝገብ ስለመሠረዝ 1) The higher head of a govern-
Naafta’aa Galmee Irraa Haquu
ment office or representative
40. Aangoo Galmee Irraa Haquu 40. ከመዝገብ የመሠረዝ ሥልጣን
1) Ittigaafatamaan olaanaa mana of the concerned work process
1) የመንግስት መሥሪያ ቤት የበላይ ኃላፊ ወይም
hojii mootummaa yookiin bakka shall be empowered to write-off
bu’aan adeemsa hojii qaama dhim-
ተወካዩ ለጉዳዩ አግባብ ያለው የሥራ ሒደት upon the recommendation the
mi ilaalu qajeelfama irratti hun- መመሪያ ላይ በመመስረት የሚቀርበውን debt up to an amount of 10, 000
daa’ee yaada dhiyaatu bu’uureef- አስተያየት መሠረት በማድረግ ለእያንዳንዱ birr (ten thousand) for each
fachuun tokkoo tokkoo sanada የሒሳብ ሰነድ ከብር አስር ሺህ የማይበልጥ
financial document depend-
herregaa qarshii 10,000.00 (kuma ing on the recommendation
ገንዘብ ከመዝገብ የመሠረዝ ሥልጣን
kudhan) hin caalle galmee irraa submitted as per the directive
የተሰጠው ሲሆን በዚህ ሁኔታ ከመዝገብ provided that the total amount
haquun aangoon kan kennameef
yoo ta’u, haala kanaan galmee ir- የሚሠረዘው ሂሳብ በአንድ የበጀት ዓመት to be written off in a fiscal year
raa herregni haqamu bara baajataa ውስጥ ከብር 50, 000 (ሀምሳ ሺህ) ብር shall not exceed 50,000.00 birr
tokko keessatti qarshii 50,000.00 ሊበልጥ አይችልም፤ (fifty thousand) birr;
(kuma shantama) caaluu hin qabu.
Dambii Lak. 207/2011 Fuula 22 ደንብ ቁጥር 2)7/፪ሺ01 ገጽ @2 Regulation No. 207/2019 page 22
2) Hoogganaan Biiroo, ittigaafat- 2) የቢሮው ሐላፊ ከመንግስት መሥሪያ 2) Head of the Bureau or head of
amaa olaanaa mana hojii moo- ቤት የበላይ ኃላፊ ወይም አግባብ ካለው government office or concerned
tummaa yookiin adeemsa ho- work process shall be empow-
መስሪያ ቤት የሥራ ክፍል መመሪያ ላይ
jii dhimmi ilaalu qajeelfama ered to write-off upon the rec-
irratti hundaa’ee yaada dhiyees- በመመስረት በሚቀርብለትን አስተያየት ommendation the debt of an
su bu’uurreeffachuun tokkoo መሠረት በማድረግ ከብር 10,000 (አስር amount more than 10, 000 birr
tokkoo sanada herrega qarshii (ten thousand) for each financial
ሺህ) በላይ እስከ ብር አንድ መቶ ሺህ
10,000.00 (kuma kudhan) ol document up to 100,000.00 birr
hanga qarshii 100,000.00 (kuma ገንዘብ የያዘዉን ሰንድ እያንዳንዱን ሰነድ
(one hundred thousand birr) de-
dhibba tokko) hin caalle galmee ከመዝገብ የመሰረዝ ሥልጣን የተሰጠዉ pending on the recommendation
irraa haquun aangoon kan ken-
ሲሆን ፤ በዚህ ዓይነት ከመዝገብ submitted as per the directive;
nameef yoo ta’u, haala kanaan
የሚሰረዘዉ ሂሳብ በአንድ የበጀት አመት provided that the total amount
bara baajata tokko keessa herreg-
to be written off in one fiscal year
ni galmee irraa haqamu qarshii ዉስጥ ከብር አንድ ሚልዮን ሊበልጥ
1,000,000.00 (miiliyoona tokko) shall not exceed 1000,000.00 birr
አይገባም፤ (one million) birr;
caaluu hin qabu.
3) Tokkoon tokkoon sanada herre- 3) እያንዳንዱ እንዲሰረዝ አስተያየት 3) Where the amount in each fi-
gaa akka haqamu yaadni itti dhi- የቀረበበት ሂሳብ የያዘው ገንዘብ ከብር nancial document in respect of
yaate maallaqni qabate qarshii which write off is recommend-
100,000.00 (አንድ መቶ ሺህ) በላይና
100,000.00 (kuma dhibba tokko) ed is more than 100,000.00
ከአንድ ሚሊዮን ብር የማይበልጥ ሲሆን birr (one hundred thousand
ol hanga qarshii 1,000,000.00
(miliyoona tokko) hin caal- ከመዝገብ ላይ የመሰረዝ ሥልጣን birr) up to 1,000,000.00 birr
le ta’ee, aangoon galmee irraa የኦሮሚያ ክልላዊ መንግሥት ፐሬዝዳንት (one million birr), the power
haquu Pirezidaantii Mootum- to write off from record shall
ይሆናል፤
maa Naannoo Oromiyaatiif ta’a. be the president of Oromia re-
4) Gaaffiin dhimma keewwata kana 4) በዚህ አንቀጽ ንዑስ አንቀጽ 3 ሥር gional state;
keewwata xiqqaa 3 jalatti ibsame የተገለጸው ጉዳይ ጥያቄ ለክልሉ 4) The question on the issues
Pirezidaantii Mootummaa Naan- provided under sub-article 3
መንግስት ፕሬዝዳንት ሳይቀርብ በፊት
nichaatiif osoo hin dhiyaatiin of this article be submitted to
dura murteen akka itti ken- ጉዳዩ ከሚመለከተው የመንግስት መስሪያ
the Bureau being supported by
namuuf ittigaafatamaa olaanaa ቤት የበላይ ሐላፊ ውሳኔ እንዲሰጠው the evidences from concerned
mana hojii mootummaa dhimmi በማስረጃ ተደግፎ ለቢሮው ይቀርባል፤ head of the government office
ilaalu irraa ragaadhaan walqaba- for decision before submitting
5) ቢሮው የቀረበው የውሳኔ ሐሳብ በመመሪያ
tee Biiroodhaaf ni dhiyaata.
to the president of the region;
5) Biiroon yaadni murtii dhiyaate ላይ ተመስርቶ መሆኑን በማረጋገጥ
5) The Bureau shall, by ascertain-
qajeelfama irratti hundaa’ee ውሳኔ ለመስጠት ከሚረዱ ማስረጃዎች ing that the decision recom-
ta’uu isaa mirkaaneessuud-
ጋር ለፕሬዝዳንቱ ጽህፈት ቤት ያቀርባል፤ mendation is based on a direc-
haan ragaalee murtii kennuud-
haaf gargaaran waliin Waajjira 6) በዚህ ሁኔታ በአንድ የበጀት ዓመት tive, submit to the president
Pirezidaantiif ni dhiyeessa. office together with the evi-
ውስጥ ከመዝገብ የሚሰረዘው ሒሣብ ከ
6) Haala kanaan bara baajataa tok- dences necessary to render the
10,000,000.00 (አስር ሚሊዮን) ብር decision;
ko keessa galmee irraa herregni
haqamu qarshii 10,000,000.00 መብለጥ የለበትም፤ 6) The total amount to be writ-
(miliyoona kudhan) caaluu hin ten off in one fiscal year under
qabu. this condition shall not exceed
10,000,000.00 (ten million) birr;
Dambii Lak. 207/2011 Fuula 23 ደንብ ቁጥር 2)7/፪ሺ01 ገጽ @3 Regulation No. 207/2019 page 23
7) Tokkoon tokkoon sanada her- 7) ከመዝገብ እንዲሰረዝ ሐሳብ የቀረበበት 7) Where amount of money in
regaa akka galmee irraa haqa- እያንዳንዱ የሒሳብ ሰነድ ከ 1000,000.00
each financial document in re-
mu yaadni dhiyaate qarshii spect of which write off is rec-
(ከአንድ ሚሊዮን) ብር በላይ የያዘ ommended exceeds 1,000,000
1,000,000.00 (miiliyoona tokko)
ol kan qabate yoo ta’e, murtee ከሆነ በክልሉ አስተዳድር ምክር ቤት birr (one million), it shall be
Mana Maree Bulchiinsaatiin kan written off by the decision of
ውሳኔ የሚሰረዝ ሲሆን የውሳኔ ሐሳብ
haqamu yoo ta’u, yaadni mur- the Regional Administrative
too ragaalee barbaachisaa ta’an
አስፈላጊ ከሆኑ ማስረጃዎች ጋር ጉዳዩ Council; the decision recom-
mendation together with the
waliin ittigaafatamaa olaanaa ከሚመለከተው የመንግስት መሥሪያ ቤት
necessary evidences or infor-
mana hojii mootummaa dhimmi የበላይ ከቢሮው ይቀርባል፡፡ mation shall be submitted from
ilaaluu fi Biiroo irraa ni dhiyaata. the higher heads of the con-
41. የሰራተኞችን ዕዳ መሰረዝ
cerned government office and
41. Idaa Hojjattootaa Haquu the Bureau.
1) Mindaa hojjattootaaf hin mallee 1) የመንግስት ሠራተኞች ከተገቢው ደመወዝ
ol kan kaffalameef yoo ta’e yooki- በላይ ከተከፈለ ከሆነ ወይም ከቅጥር 41. Write-off Employment Debt
in sababa qacarriin walqabateen 1) No receivables, obligations or
ጋር በተያያዘ የሚፈለገው ማንኛውም
herregni walitti qabamaa kan bar- claims resulting from the over
baadamu kamiyyuu, dirqamni ተሰብሳቢ ሂሳብ ግዴታ ወይም የይገባኛል payment of salaries paid for the
yookiin gaaffiin naaf ta’aa yooki- ጥያቄ ወይም የመሳሰሉት በቢሮ ሐላፊው
workers or due to the employ-
in kan kana fakkaatu Hoogganaa ment related allowances while
ካልጸደቀ በስተቀር ከመዝገብ ሊሰረዝ any consolidate account is re-
Biirootiin yoo ragga’e malee gal-
mee irraa haqamuu hin danda’u. አይችልም፤ quired or any part of them shall
2) Keewwata kana keewwata xiqqaa 1 not be written off without prior
2) በዚህ አንቀጽ በንዑስ አንቀጽ 1 የተደነገገዉ
jalatti kan ibsame yoo jiraateeyyuu approval of the head of the Bu-
hojiirraa kan geggeeffamaniif kaf-
ቢኖርም ከሥራ ለተሰናበቱት ሊከፈል reau;
የሚገባው ማንኛውም ክፍያ ከተፈፀመ 2) Notwithstanding to the pro-
faltiin isaaniif kaffalamuu qabu ka-
vision of sub article 1 of this
miyyuu erga kaffalameefii booda በኋላ ከቀድሞ ሠራተኞች በመንግስት Article, the principle of write
hojjattoota durii irraa idaa moo- የሚፈለግ ዕዳ ተሰብሳቢ ሂሳብ ግዴታ off shall apply to receivables,
tummaan barbaadamu herrega obligations or claims owing to
walitti qabama dirqama yookiin ወይም ማንኛውም የይገበኛል ጥያቄ
the government by its former
gaaffii naaf ta’aa kamiyyuu ilaal- በሚመለከት ከመዝገብ የመሰረዝ አካሄድ worker that are discovered after
chisee qajeeltoowwan adeemsa መርህ መሰረት የሚፈጸም ይሆናል፡፡ their employment has ceased
herrega galmee irraa haquun kan and all benefits payable to them
raawwatu ta’a. have been paid.
42. ሪፖርት የማድረግ ግዴታ
42. Dirqama Gabaasa Gochuu 1) እያንዳንዱ የመንግስት መሥሪያ ቤት
42. Duty to Report
1) Tokkoon tokkoon mana ho- 1) At the end of each month, ev-
በየወሩ መጨረሻ ላይ ተሰብሳቢ ሂሳቦችን፣ ery government office shall
jii mootummaa dhuma ji’aat-
ti herregoota walitti qabamuu ግዴታዎችንና የይገባኛል ጥያቄዎችን prepare a complete analysis
danda’an, dirqamaawwanii fi of all receivables, obligations
በሚመለከት የተሟላ መግለጫ ማዘጋጀት
gaaffiiwwan naaf ta’aa ilaalchisee and claims and forward a copy
እና የዚህኑ ግልባጭ ለቢሮው መላክ አለበት፤ thereof to the Bureau;
ibsa guutuu ta’e qopheessuu fi ga-
2) በዚህ አንቀጽ ንዑስ አንቀጽ 1 ሥር 2) The explanation provided un-
ragalcha isaa Biiroof erguu qabu.
der sub-article 1 of this article
2) Ibsi keewwata kana keewwata የተደነገው መግለጫ ገቢ ሊሆኑ shall identify those receivables,
xiqqaa 1 jalatti kaa’ame herre- የማይችሉትን ተሰብሳቢ ሂሳቦች፣ obligations and claims which
goota walitti qabamaa galii ta’uu are considered to be uncollect-
ግዴታዎች እና የይገባኛል ጥያቄዎች ለይቶ
hin dandeenye, dirqamaawwanii ible and shall be supported by
fi gaaffiwwan naaf ta’aa addaan የሚያሳይና ከዚህ ውሳኔ ላይ ለመድረስ the reason for this determina-
baasee, sababa murtii kana irra የተቻለበትን ምክንያት በሚዘረዝር አጭር tion;
gahuu dandeessise ibsa gabaabaa
መግለጫ ሊኖረው ይገባል፤
qabaachuu qaba.
Dambii Lak. 207/2011 Fuula 24 ደንብ ቁጥር 2)7/፪ሺ01 ገጽ @4 Regulation No. 207/2019 page 24
3) Qajeelfama Biiroon bahu hordo- 3) የመንግስት መሥሪያ ቤቶች በቢሮው 3) The government offices shall re-
fuudhaan manneen hojii moo- የሚወጣውን መመሪያ በመከተል በየወሩ port all receivables, obligations
tummaa dhuma ji’aatti herrega and claims which are outstand-
walitti qabamu galmee isaani ir- መጨረሻ በመዝገባቸው ላይ የሚታየውን
ing at the end of every month
ratti mul’atu, dirqamaa fi gaaffii ተሰብሳቢ ሂሳብ፣ ግዴታ እና የይገባኛል to the Bureau and shall report
naaf ta’aa Biiroof gabaasuu, akka- ጥያቄ ለቢሮ ሪፖርት የማድረግ እንዲሁም all receivables, obligations and
sumas, dhuma waggaa waggaatti claims which are outstanding
በየዓመቱ መጨረሻ በመዝገባቸው
galmee isaanii irratti kan mul’atu at the end of every fiscal year in
herrega walitti qabamu, dirqa- የሚታየውን ተሰብሳቢ ሂሳብ፣ ግዴታ እና
the public account for the fiscal
maa fi gaaffii naaf ta’aa herrega የይገባኛል ጥያቄ በተጠናቀቀው የበጀት year just ended in accordance
mootummaa bara baajata xumu-
ዓመት የመንግስት ሂሳብ ውስጥ ሪፖርት with the directive to be issued
rame keessatti gabaasuu qabu.
ማድረግ አለባቸው፤ by the Bureau;
4) Keewwata kana keewwata xiqqaa
3 jalatti kan ibsame akkuma ee-
4) Without prejudice to the pro-
4) በዚህ አንቀጽ ንዑስ አንቀጽ 3 ሥር
gametti ta’ee, manni hojii moo- vision of sub article 3 of this
የተገለጸው እንደተጠበቀ ሆኖ ማንኛውም article, any government office
tummaa kamiyyuu galmee irraa
kan haqame herrega walitti qa- የመንግስት መሥሪያ ቤት ከመዝገብ shall report all receivables, ob-
bamu, dirqamaa fi gaaffii naaf የተሰረዘውን ተሰብሳቢ ሂሳብ፣ ግዴታ እና ligations and claims written off
ta’aa, Biiroof ji’a ji’aan gabaasuu each month to the Bureau and
የይገባኛል ጥያቄ በየወሩ ለቢሮ ሪፖርት
fi bara baajata xumurameetti gal- shall report all receivables, ob-
በማድረግ እና በተጠናቀቀዉ የበጀት ligations and claims written off
mee irraa kan haqame herrega
walitti qabamu, dirqama yookiin ዓመት ከመዝገብ የተሰረዘውን ተሰብሳቢ in the fiscal year just ended ac-
gaaffii naaf ta’aa baruma sanatti ሂሳብ ግዴታ ወይም የይገባኛል ጥያቄ cording to whether these write-
yookiin waggoota darbanitti kan offs pertained to receivables,
በዚያው ዓመት ወይም ባለፉት ዓመታት
raawwatame ta’uu isaa addaan obligations and claims of that
baasuudhaan gabaasuu qaba. የተፈፀመ መሆኑን በመለየት ሪፖርት year or of prior years;
5) Hojimaatni bu’uura herre- ማድረግ አለበት፤ 5) The basic procedures for write-
ga walitti qabamu, dirqamaa fi off of a receivable, obligation,
5) የተሰብሳቢ ሂሣብ፣ ግዴታ እና የይገባኛል
gaaffii naaf ta’aa yookiin raawwii claim or implementation of
galmee irra haquu qajeelfama ጥያቄ ወይም ከመዝገብ የመሰረዝ
writes-off shall be determined
Biiroon baasuun kan murtaa’u አፈጻጸም አሰራር ቢሮው በሚያወጣው by the directive to be issued by
ta’a. መመሪያ የሚወሰን ይሆናል፡፡ the Bureau.
Kutaa Saddeet
Part Eight
Liqii fi Maallaqa Mootummaa ክፍል ስምንት
Investment of Public Debt and
Investi Gochuu የመንግስት ብድር እና ገንዘብ ኢንቨስት Money
43. Tarsiimoo Bulchiinsa Liqii
1) Biiroon hanga maallaqa barbaa- ስለማድረግ 43. Debt Management Strategy
chisuu yeroo barbaachisaa ta’etti 43. የብድር አስተዳደር ስትራተጂ 1) Debt management strategies
kaayyoo waliigalaa liqeeffachuu shall be developed by the Bu-
1) ቢሮው ተፈላጊውን የገንዘብ መጠን
bu’uura kan godhatee fi baasii reau based on the overall objec-
በተገቢው ጊዜ የመበደርን አጣቃላይ ዓላማ tive of borrowing appropriate
hir’isuun, tasgabbii baasii waliin
raawwii walmadaaleen qajeel- መሠረት ያደረገ እና ወጪን መቀነስን amounts at appropriate times
famuun haala dhiibbaa idaa fi ከተረጋጋ ወጪ ጋር ባመዛዘነ አፈፃፀም and in a way that balance min-
dandeetti kaffaltii bu’uura go- imization of cost with cost sta-
ለመምራት እንዲሁም ብድር የዕዳ ጫና
chuun liqiin fudhachuun dan- bility and taking into consider-
da’amu tarsiimoon bulchiinsa ሁኔታን እና የመክፈል አቅምን መሠረት ation the level of debt and the
liqii qophaa’uu qaba. በማድረግ ብድር መውሰድ የሚያስችል ability to re-pay;
የብድር አስተዳደር ስትራቴጂ መዘገጀት
አለበት፤
Dambii Lak. 207/2011 Fuula 25 ደንብ ቁጥር 2)7/፪ሺ01 ገጽ @5 Regulation No. 207/2019 page 25
2) Liqiin yeroo fudhatamu dhim- 2) ብድር በሚወሰድበት ጊዜ ከወለድ ውጪ 2) Borrowing shall take into ac-
moota dhalaan ala ta’anii fi baa- የሆኑ ጉዳዮችንና የተለያዩ ከብድር ጋር count non-interest costs and
siiwwan adda addaa liqiidhaan different expenses related to
walqabatan tilmaama keessa gal- የተያያዙ ወጪዎችን ከግምት ውስጥ
borrowing. This includes the
chuu qabu. Kunis, kaffalttii adda ማስገባት አለበት፤ ይህም የተለያዩ various payments like commis-
addaa kan akka komishinii, gal- ክፍያዎችን እንደ ኮሚሽኖችን፣ማዝገባ sions, registration and other
meessuu fi baasiiwwan bulchiin- administrative costs of finance
እና የፋይናንስ ወኪሎችን አስተዳደራዊ
sa bakka bu’oota faayinaansii ni agents;
dabalata. ወጪዎች ይጨምራል፤
3) Borrowing shall be managed in
3) Bulchiinsi liqii rakkoolee di- 3) የብድር አስተዳደር በአጠቃላይ ኢኮኖሚው such manner that prevents any
inagdee waliigalaa irratti bu’aa
ላይ የሚያስከትሉት አሉታዊ የሆነ ውጤት negative impacts on the general
hin barbaachifne hordofsiisan,
economy such as creating in-
imaammata maallaqaa irratti በተለይም በገንዘብ ፖሊሲው ላይ ወይም
yookiin madaala kaffaltii irratti stability in monetary policy or
በክፍያ ሚዛን ላይ መዋዠቅ እንዲፈጠር
raafamni akka uumamu taasi- on balance of payments and the
የሚያደርጉና የመሳሰሉ ሁኔታዎችን መከላከል likes;
sanii fi kan kana fakkaatan haala
ittisuu danda’uun ta’uu qaba. በሚያስችል መንገድ መሆን አለበት፤ 4) Short-term borrowing shall
4) Liqiin yeroo gabaabaa sochii 4) የአጭር ጊዜ ብድር የገበያ ልውውጥ be performed based on reli-
jijjiirraa gabaa keessatti madaala able current information on
ውስጥ ያለውን የሂሳብ ሚዛን እንዲሁም
herregaa jiru akkasumas, tilmaa- the governments balance in
የገቢ እና ወጪ በጀትን ግምትን the banking system, exchange
ma baajata galii fi baasii ilaalchi-
see odeeffannoo yeroo amansi- በሚመለከት አስተማማኝ የሆነ ወቅታዊ market activity and budget esti-
isaa ta’e bu’uura gochuudhaan መረጃን መሠረት በማድረግ መፈፀም mates of fiscal inflows and out-
raawwatamuu qaba. flows.
አለበት፡፡
ይሆናል፤
Dambii Lak. 207/2011 Fuula 30 ደንብ ቁጥር 2)7/፪ሺ01 ገጽ # Regulation No. 207/2019 page 30
2) Biiroon Aanaalee fi Bulchiinsa 2) ወረዳዎችና የከተማ አስተዳደሮች የገንዘብ 2) Where district and city admin-
Magaalotaa hanqinni maallaqaa እጥረት በሚያጋጥማቸው ጊዜ ቢሮው istration faced financial short-
yeroo muudatutti deeggarsa baa- fall, the bureau may give them
ከሚቀጥለው ዓመት በጀት ድጋፍ ላይ
jataa waggaa itti aanuu irraa kan loan in the form of advance to
hir’atu maallaqa liqeessuufii ni ተቀናሽ የሚሆን ገንዘብ ሊያበድራቸው be charged to their budgetary
danda’a. ይችላል፡፡ subsidy of the following year.
53. Walta’iinsa Taaksii 53. Tax Harmonization
1) Sadarkaa mootummaa Fedaraa- 53. የታክስ መጣጣም
1) Deliberation shall be made be-
laa, Naannoo, Aanaalee fi Bulchi- 1) በፌዴራል፣በክልል መንግስት፣በወረዳዎችና tween the Regional and Federal
insa Magaalotaatti taaksiiwwan
ከተማ መስተዳድሮች ደረጃ አዳዲስ governments while levying new
haarofni yeroo buufaman yooki-
ታክሶች በሚጣሉበት ወይም ነባር taxes or changing the existing
in taaksiiwwan kanaan dura
turan yeroo jijjiiraman bu’uurri taxes at the federal, regional,
ታክሶች በሚለወጡበት ጊዜ የታክስ
taaksii kan walfakkaatuu fi kan district and city administration
መሠረቱ ተመሳሳይ እና የተጣጣመ levels so as to ensure that the
walsime ta’uu isaa mirkaneessuuf
mootummaa Naannoo fi Feder- መሆኑን ለማረጋገጥ በፌዴራልና በክልል tax bases are uniform and har-
aalaa gidduutti mariin taasifam- መንግስታት መካከል ምክክር መደረግ monized;
uu qaba. 2) The bureau shall provide, as re-
አለበት፤
2) Biiroon bu’uurri taaksii Aanaalee quired, the research and pro-
2) ቢሮው ወረዳዎችና የከተማ መስተዳድሮች vide administrative support to
fi Magaalotaa buusan bu’uura
taaksii mootummaan naannoo የሚጥሉት የታክስ መሠረት የክልሉ districts and cities to facilitate
buusu waliin kan walfakkatuu fi መንግስት ከሚጥለው ጋር ተመሳሳይ እና the harmonization of their tax
walsime akka ta’u qo’annoo gag- bases with those of the regional
የተጣጣመ እንዲሆን ለማድረግ ጥናት
geessuudhaan deeggarsa bulchi- government.
insaa ni kenna. በማካሄድ አስተዳደራዊ ድጋፍ ይሰጣል፡፡